Taphataan Maanchastar Yuunaayitid duraanii Liiwiis Naanii fi taphataan beekamaa kubbaa miilaa Naayijeeriyaa Nuwaankuu Kaanuu Finfinnee dhufan

Adoolessa 06/2016(TOI)- Taphataan Maanchastar Yuunaayitid duraanii Liiwiis Naanii fi taphataan beekamaa kubbaa miilaa Naayijeeriyaa Nuwaankuu Kaanuu Finfinnee dhufan

Taphattoonni kubbaa miilaa beekamoon kunneen Itiyoophiyaa kan dhufan kabaja ayyaana hundeeffama waggaa 80ffaa Machaalirratti akka hirmaatan afeerramaniitu.

De’eetaan ministira Tuurizimii obbo Silashii Girmaa, walittiqabaan boordii kilabii Ispoortii  Machaal doktar Seeyifee Geetaahuun fi daarektarri hojiilee miidiyaa birgaader jeneraal Kumaa Miidhagsaa taphattoota anneen simataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015