Miseensonni mana maree naannoo Gaambeellaa sagantaa ashaaraa magariisaatiin biqiltuu dhaaban

Adoolessa 20/2016(TOI)- Miseensonni mana maree naannoo biyyaalessa ummattoota Gaambeellaa sagantaa ashaaraa magariisaatiin biqiltuu dhaaban

Bulchaan bulchiinsa naannichaa obbo Umod Ujuluu, af-yaa’iin mana maree naannichaa adde Baanchaayyoo Dingataa dabalatee miseensonni mana maree fi miseensonni hooggantoota naannoo, Godinaa fi aanaa biqiltuu dhaabuurratti hirmaataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015