Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ministira dhimma alaa Tarkiyyee Haakaan Fiidaan waajjirasaaniitti simatanii haasofsiisan

Adoolessa 27/2016(TOI)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ministira dhimma alaa Tarkiyyee Haakaan Fiidaan waajjirasaaniitti simatanii haasofsiisan.

Ministirri muummee ergaa fuula marsariitiisaaniirratti barreessaniin har’a ganama ministira dhimma alaa Tarkiyyee Haakaan Fiidaan simadhee haasofsiiseera jedhan.

Mariinsaaniis hariiroowwan gamlamee biyyoota lamaaniicimanii ittifufanirratti kan xiyyeeffate  ture jedhan ministirri muummee ergaasaaniitiin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015