Ministirri Fayyaa Doktar Maqdas Dhaabaa Naannoo Beeniishaangul Gumuzitti Hojii Tola Ooltummaa Ni’adeemsisu

Adoolessa 28/2016(TOI)- Ministirri Fayyaa Doktar Maqdas Dhaabaa Naannoo Beeniishaangul Gumuzitti Hojii Tola Ooltummaa Ni’adeemsisu

Miseensonni garee hooggantoota olaanoo ministirittiin durfamu har’a Asoosaa dhaqaniiru.

Miseensonni garee buufata Xiyyaaraa Asoosaa wayita gahan bulchaan bulchiinsa naannoo Beeniishaandul Gumuz Ashaadlii Hasan simataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015