Hooggantoonni Damee Daldalaa Ministira Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Qaxanaa Damee Gumuruukii Adaamaa Daawwachaa Jiru

Adoolessa 28/2016(TOI)- Hooggantoonni Damee Daldalaa Federaalaa fi Naannoo Ministira Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Qaxanaa Damee Gumuruukii Adaamaa Daawwachaa Jiru.

Hooggantoonni Kunneen Daawwannaa Kanaan Meeshaalee Biyya Alaarraa Galaa Jiran Ilaalaniiru.

Komishinii Gumurukiitti Dameen Adaamaa Damee Meeshaalee Alergii fi Alaagalan Baay’inaan Kan Keessummeessu Akka Ta’e Nibeekama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015